Qu’annoo kan Hawaasa Phillips West
Hirmaannaa taasisuuf yeroo waan kennitaniif isin galateeffanna!

Qu’annoon kun kan inni qophaa’e, jiraattota Yunivarsitii Minnesotaatiin kan geggeeffamu Center for Urban and Regional Affairs waliin ta’uudhaan kan hojjetu koree kan Phillips West Neighborhood Organization ti.

Phillips West Neighborhood Organization (PWNO) jechuun warra naannoo Phillips West keessa jiraatan, hojjetanii fi mana barumsaa hordofaniif dhimma fayyaa, jireenyaaf, akkasumas walitti dhufeenya irratti kan xiyyeeffate, hawaasaan kan hoogganamu dhaabbata bu'aa dhuunfaatiif hin hundoofnee dha. Odeeffannoon qu'annoo kanaan walitti guurame kan inni gargaaru hojjetootaa fi tola-ooltota PWNO irraa dhufan waggoota itti aanan sadii hanga shanii keessatti biyyicha keessatti kan isin arguu barbaaddan waliin waan baay'ee barbaachisaa arguudhaaf isiniin gargaara.

Waa'ee PWNO odeeffannoo dabalataa argachuu kan isin dandeessan marsariitii keenya phillipswest.info daawwachuu fi barruulee  keenya argachuudhaaf ammoo karaa hillipswest.wordpress.com/subscribe galmaa'uu dha. Danbalataanis, miidiyaa hawaasaa (Facebook, Instagram, Twitter) fayyadamuudhaan, @PWNOmpls irratti nu hordofuu dandeessu.

Waa'ee qu'annoo kanaa ilaalchisee gaaffiilee, sodaa, ykn yaada yoo qabaattan, maaloo Vanessa Voller (voll0144@umn.edu) ykn Mira Klein (info@phillipswest.org) wajjin wal quunnamaa. Deebiiwwan keessan PWNO -tiin hojii irra kan oolanii fi biliisa ta'uun kan argaman cuunfaa irratti akka beekaman godhamaniitu walitti qabamu. Qu'annoo kana guutuun tilmaamaan daqiiqaawwan 10 isin gaafata. Qu'annoon kun goolabamuuf guyyaan xumurrii isaatii Wiixata, Caamsaa (May) 17, 2021 hanga yeroo 11:59 pm, CST ta'a.

Sign in to Google to save your progress. Learn more
Qu’annoo kana osoo hin eegalin dura, maaloo, naannoo Phillips West keessa jiraachuu, hojjechuu, ykn mana barumsaa akka deemtan mirkaneessaa. *
Next
Clear form
Never submit passwords through Google Forms.
This form was created inside of Phillips West Neighborhood Organization. Report Abuse