Baqa dargagoo fi shammaran kenyaa
Akkam jirtan?
Waraqaan gaafannoo/bargaaffii kun rakkoolee xinsammuu fi dinagdee namoota biyyoota Arabaa adda addaa deemanii isaan qunnamuu adda baasuun kallatti furmaataa kaa’uu fi dhaabbata dhimma kan irratti hojjatuu hundeessuf karoorfameeti. Kanaaf isiinis yaada keessa isa sirrii fi haqaa kennuun milkaa’ina piroojeektii kanaaf gahee keessan akka gumaachitan kabajaaan filatamtani jirtu.
Yaada dhugaa fi bilchaataa nuuf kennitanif galatni keenya guddaadha!
Sign in to Google to save your progress. Learn more
Next
Clear form
Never submit passwords through Google Forms.
This form was created inside of Wollo University, KIOT. Report Abuse